Nurhusen abdii

Nurhusen abdii Obsaan mohii

23/05/2026

Network Marketing keessatti namoonni “dafanii kisaaru” jechuun
Dhugaan jiru keessaa muraasni kunooti:

1. Bu’aa guddaa hojii malee barbaadu

Namoonni hedduun:

> “Ji’a muraasa keessatti dureessa nan ta’a” jedhanii seenu. Garuu Network Marketing:

obsaa, hariiroo namaa, qunnamtiifi hojii itti fufiinsa qabu barbaada.

Namni hojii malee bu’aa eegu yeroo baay’ee ni kufa.
Namni hojjetu faallaa isaa ni jijjiirama ni guddata. Ni argata, ni buufata,

2. Leenjii fi barnoota diduu

Hojiin beekumsa malee hojjetamu hin jiru.
Namni hojii network marketing keessatti:

dubbachuu barata.
gurgurtaa barata

leadership barata

mindset isaa akkamitti akka jijjiiru barata

kana hundumaafi communication irratti of hin guddisne yoo ta'e guddachuu ni rakkatta.
Daftee kasaarta.

Sales fi qunnamtiin bu’uura hojii kanaati.

3. Namoota qofa galmeessuu irratti xiyyeeffachuu

Hojii network marketingii keessa namoota galmeessuu qofa miti. Hojii guddaan akka jiru beekuun barbaachiisadha.
Namoonni tokko tokko:
“mee nama meeqa galmeessina?” qofa yaadu.

Garuu dhugaan jiru:

tajaajila gaarii, amanamummaafi namoota guddisuu malee network jabaan hin ijaaramu.

4. Ariitii fi obsaa dhabuu

Namootni baayeen network marketingii yeroo jalqaban karaa qaxxaamuraa duroomuu barbaadu.

Namni guyyaa muraasa keessatti:

namni na hin dhageenye, maallaqni hin dhufne, yookaan hojiitu natti ulfaate jedhee yoo dhaabe, yeroo baay’ee ni kasaara.

Milkaa’inni yeroo fudhachuu danda’a.

5. Oduu sobaa fi gowoomsaa qofaan hojjechuu

Yeroo tokko tokko namoonni:

suuraa konkolaataa,qarshii agarsiisuu,

yookaan gowoomsaa qofa irratti xiyyeeffatu.

Garuu:

skill,consistency, fi system malee bu’aan itti fufiinsa qabu hin jiraatu.

6. Product ykn service irratti amantii dhabuu

Namni ofii isaatii:

product hin fayyadamne, itti hin amanne, ykn gatii isaa hin beekne taanaan yeroo dheeraa namoota ijaaruun si rakkisa.

7. Nama hunda saffisaan garee isaa keessa galchuuf yaaluu

Namoonni tokko tokko:

dhiibbaa guddaa gochuu, nama dir

14/05/2026
14/05/2026

AMALOOTA NAMOOTA SAMMUUN CIMANII

Ciminni sammuu dandeettii dhalootaan dhufu qofa osoo hin taane, amala nuti guyyaa guyyaatti ijaarruudha. Namoonni sammuun isaanii cimaa ta'e amaloota kanaan beekamu:

1. Jijjiirama Ni Simatu (Embrace Change)
Namoonni sammuun cimoo ta’an jijjiirama hin sodaatan. Haalli yoo jijjiiramu "maaliif kun natti dhufe?" jedhanii gunguman, "haala kana keessatti akkamittin carraa gaarii uummachuu danda'a?" jedhanii yaadu.
Wantoota to'annoo kee ala jiran irratti yeroo kee hin gubini; jijjiiramicha waliin tarkaanfii fudhachuu baradhu.

2. Kufaatii Akka Barnootaatti Ilaalu (Learn from Failure)
Namni sammuun isaa cimaa ta’e kufaatiin xumura karaa akka hin taane beeka. Kufaatiin isaaniif ragaa waan hojjechuu hin qabne itti baratan malee, sababa abdii itti kutan miti.
Kuftee yoo haftu qofa kufuun kee sitti dhaga’ama; yoo kaate garuu sun muxannoo dha.

3. Milkaa’ina Warra Kaaniitti Hin Inaafan (Celebrate Others' Success)
Namni ofitti amanamummaa qabu milkaa'ina nama biraatti hin hinaafu. Inumaayyuu, milkaa’ina warra kaanii irraa barumsaa fi kaka’umsa fudhatu. "Inni yoo danda'e, animmoo nan danda'a" jedhanii yaadu.
Hinaaffaa gara dorgommii gaariitti jijjiiri; milkaa'ina namaa akka agarsiiftuu (roadmap) keetti fayyadami.

4. Obsa Fi Walitti Fufiinsa Qabu (Patience and Consistency)
Bu’aan guddaan halkan tokkotti akka hin dhufne ni hubatu.
Hojii kee irratti obsa qabaadhu; deemsa kee hin dhaabin, bu'aan isaa suuta dhufa.

5. Of-To'annoo Qabu (Emotional Control)
Namoonni sammuun isaanii cimaa ta’e miira isaanii too'atu ( they don't react emotionally). Haala nagaa hin qabne keessatti illee tasgabbii filatu. Akkaataa itti yaadanis ta'e akkataa itti dubbatan irratti of-qusatoodha.
Dubbachuun dura yaadi; miira yeroo gabaabaatiif jettee murtoo jireenya kee miidhu hin murteessin.

Ciminni sammuu maallaqaan hin bitamu; amala guyyaa guyyaan ijaarrannuun dhufa.
Ati har’a amala isa kam ijaarrachuu eegalta?

14/05/2026

Good things come to those who wait! 🎯🏆

14/05/2026

Yemen gov’t, Houthis to release more than 1,600 POWs in ‘largest’ swap

14/05/2026

9 ብር ተጨማሪ ጉርሻ!
(ዛሬ አንድ የአሜሪካ ዶላር 165.9473 ብር)
****
ውድ ደንበኞቻችን፡

ከውጭ ሀገራት በ ፣ ፣ ፣ ፣ ፣ ፣ ፣ እና የገንዘብ መላኪያ መተግበሪያዎች እንዲሁም ከባንካችን ጋር በሚሠሩ ዓለም አቀፍ የሐዋላ አስተላላፊዎች በኩል ገንዘብ ሲላክልዎ በእለታዊ የውጭ ምንዛሬ የመሸጫ ተመን ላይ 9 ብር ተጨማሪ ጉርሻ የምናበረክትልዎት መሆኑን በደስታ እንገልፃለን!

ዛሬ ሲልኩ በባንካችን አንድ የአሜሪካ ዶላር ከጉርሻ ጋር በ165.9473 ብር ይመነዘራል!
***
የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ
ሁሌም የሚተማመኑበት ባንክ!

For more currency exchange rates:

https://combanketh.et/exchange-rates?srcPage=home



combanketh.et
Commercial Bank of Ethiopia
Official site of Commercial Bank of Ethiopia

14/05/2026

A match at the Italian Open was halted for almost 20 minutes because of smoke from fireworks following Inter Milan's Coppa Italia triumph at the Stadio Olimpico 😮

14/05/2026
24/03/2024

Get the latest and best ➤ Br82,000 Birrs to US Dollars rate for FREE. ✓ ETB/USD - Live exchange rates, banks, historical data & currency charts.

24/03/2024
etb 82000.00 cash to usd ethiopia
22/03/2024

etb 82000.00 cash to usd ethiopia

Address

Harargee Bahaa
Kombolcha

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nurhusen abdii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Nurhusen abdii:

Share