Baankii Raammis Damee Mattuu ራሚስ ባንክ መቱ ቅርንጫፍ

  • Home
  • Ethiopia
  • Metu
  • Baankii Raammis Damee Mattuu ራሚስ ባንክ መቱ ቅርንጫፍ

Baankii Raammis Damee Mattuu ራሚስ ባንክ መቱ ቅርንጫፍ Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Baankii Raammis Damee Mattuu ራሚስ ባንክ መቱ ቅርንጫፍ, Business service, Ilu Abbaa Bor Mettu, Metu.

📢  .KEESSUMMOOTA KABAJAA BAANKII RAAMMIS MAGAALAA MATTUUTTI!Baankiin Raammis Waltajjii "Marii "Maamiltootaa"  jedhu Maga...
17/07/2026

📢 .

KEESSUMMOOTA KABAJAA BAANKII RAAMMIS MAGAALAA MATTUUTTI!

Baankiin Raammis Waltajjii "Marii "Maamiltootaa" jedhu Magaalaa Mattuu, Hoteela Iluustaar keessatti sanbata guddaa dhufu ganama sa'aatii 2:30 irraa eegalee ni gaggeessa.

Sagantaa kana irratti
keessummoonni kabajamoon kan argaman yoo ta'u....
~Kabaj. Obbo Kadir Abbaas - I/A/Presidaantii Baankii Rammis,
~Kabj. Obbo Najiib Aliyyii - Daayraktara Dhimma Investmentii fi kaappitaalaa Baankii Rammis,kabaj.
~Ustaaz Shu’ayiib Shamsuu - Pirezdaantii Kaawonsilii Dargaggoota Musliimaa Oromiyaa,
~Kabajamtuu Aadde Gizework - Daayraktara Riskii fi Compliansii
~Kab.Obbo Sa’iid Mohammed - Daayraktar Districtii Lixaa Baankii Rammis
~Kabj. Sheik Naasir Abdurahman - Godina Jimmaatti Gorsaa Shariaa,
~Sheik Iliyaas Muhammad Hoogganaa Majlisa magaalaa Mattuu,
~Sheik Abdallaa Jamaal - Hoogganaa Majlisa Godina Iluu Abbaa Boor
~Ustaaz Amaan Shamsuu:- miseensa mana maree majlisa Oromiyaa،
~Sheikh Zeenuu Abdussalaam I/W/Majlisa G/I/A/Boor
~Sheik Xaahir Kaliil miseensa M/Dh/I/M/Mattuu،
~Sheik Muxahhir Abdulaxiif miseensa M/M/Majlisa Oromiyaa ,
~Sheikh Naasir Muhammad miseensa M/Dh/I/M/Mattuu,
~Sheikh Anuwaar itti Aanaa /W/Majlisa Magaalaa Mattuu,
Koree Hoji Raawwachiiftuu majlisa Magaalaa Mattuu fi Godina iluu Abbaa Boor,Akkasumas hooggantoota kaawunsilii dargagoota muslimaa Magaalaa Mattuu fi Godina Iluu Abbaa Boor,Ulamaa’onni,Imaamonni,Du’aatonni gurguddoon ni argamu. Maarree hawaasni keenya Godina Iluu Abbaa Boor fi Magaalaa Mattuu hundi Sagantaa hawwataa fi Seena qabeessa kana irratti affeeramtanii jirtu.

27/05/2026
27/05/2026

Bakka Kamittuu, Kaffaltii Kamiifuu!

Sirna bittaa fi gurgurtaa guyyuu keessan salphisuu barbaadduu? Kaardii Baankii Raammis keessaniin, bakka jirtan hundatti, rakkina tokko malee battalumatti kaffaltii raawwadhaa. Kaardii nageenya qabu kun maashiniiwwan POS Giddugala daldalaa gurguddoo, mana nyaataa fi dhaabbilee daldalaa kamiyyuu keessatti maashinii POS irratti rakkoo tokko malee kan hojjetu yoo ta'u, maallaqa baafachuufis maashinii ATM baankii kamiyyuu dhiheenya keessan jiruun salphatti fayyadamuu dandeessu.
Kaardii Baankii Raammis keessaniin kaffaltii keessan salphaa, saffisaa fi kan nageenya qabu taasisaa! Har'uma damee Baankii Raammis naannoo keessan jirutti goruudhaan kaardii keessan fudhadha.

የትም ቦታ፣ ለማንኛውም ክፍያ!

የዕለት ተዕለት ግብይትዎን ማቀላጠፍ ይፈልጋሉ? ያለምንም እንግልት የትም ቦታ ሆነው የፈለጉትን ክፍያ በራሚስ ባንክ ካርድ ይፈጽሙ። ይህ አስተማማኝ ካርድ በሱፐርማርኬቶች፣ በሬስቶራንቶች እና በማንኛውም የንግድ ተቋማት ውስጥ በሚገኝ የፖስ (POS) ማሽን ላይ የሚሰራ ሲሆን፤ ገንዘብ ማውጣት ሲፈልጉም በአቅራቢያዎ በሚገኝ በማንኛውም ባንክ የኤቲኤም (ATM) ማሽን በቀላሉ መጠቀም ይችላሉ።
ቀላል፣ ፈጣን እና አስተማማኝ በሆነው የራሚስ ባንክ ካርድዎ የክፍያ ሂደትዎን ያሳልጡ! ዛሬውኑ በአቅራቢያዎ ወደሚገኝ የራሚስ ባንክ ቅርንጫፍ ጎራ በማለት ያመልክቱ ካርድዎንም ይዉሰዱ።

Address

Ilu Abbaa Bor Mettu
Metu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Baankii Raammis Damee Mattuu ራሚስ ባንክ መቱ ቅርንጫፍ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share