15/02/2026
Dhugaan_jirtu_kanuma.
Namni kamuu aadaa isaa dagachuu hin qabu.garuu amantiin isaa aadaa isaa keessatti akka calaqqisu gochuu qaba.
Fakkeenyaaf:
Afaan ofiin Waaqayyoon waaqeffachuu,aadaa ofii keessatti Weedduudhaan Waaqayyoon galateeffachuu akkasumas"
Uffata aadaa uffachuun safuu fi kabaja eeguun
Duudhaa gaarii (jaalalaan,wal kabajuu, fi araara walitti agarsiisuudhaan) tokkummaa cimsun dirqama.
Garuu kana keessatti wanti amantii wajjin wal hin simne yoo jiraate, amantiin dursa qabachuu akka qabu gochuudha.
Xumura irratti:-
Aadaa ofiin amantii ofii ibsachuu fi amantii keef ifatti jiraachuun cubbuu hin qabu horaa bulaa,eebbifama.plc Follow