Aamir Show

Directions Contact the business

Aamir Show Comedian,Artist,Writer,Content creator, Producer, Production Manager,Youtuber 👉🏻 https://youtube.com/
(2)

Mee namni akka kiyyaatti mucaa Galata Labu (waaree) kana…:.Jaalattan?Dhugaa dubbachuuf waahundaa wajji Rabbiin dandeeyti...
07/08/2026

Mee namni akka kiyyaatti mucaa Galata Labu (waaree) kana…
:.
Jaalattan?
Dhugaa dubbachuuf waahundaa wajji Rabbiin dandeeytii Aartii isaaf khanne. Mee qalbiidhaan hordofaati isiniis waan isin kheeysatti uumamu gartanii naaf himtani!

Copyright ©2026 Galata Labu (Ware). Unauthorized use, distribution ...

03/08/2026

Guyyaa tokkotti biqiltuu Miliyoona 800 dhaabuu jachuun hirmaannaa Lammiilee Ethiopia mara dirqama barbaachisuus, hirmaannaa Jaalattoota biyya Ofiitii fi Sabboontoota lammiif dhaabbataniin Ashaaraa Magariisa karoorfamee olitti akka milkaawe ragaan mullisa.

Kun Aanaa Gurawaa iddoo nuti Ashaaraa keenya itti kaayannee oolle tahuu hubadhaa.

Oolmaya keessan kan arraa jalatti nuuf barreeysaa.✍️

03/08/2026

Waajjira Bulchiinsa Aanaa Gurawaa

07/07/2026

Happy birthday to me

Hojii standard Addunyaadhaan dorgomu hojjatte  galataa guddaa nubiraa qabda Isku Adam Harun galatoomi.Mee yaa Oromoo muc...
28/06/2026

Hojii standard Addunyaadhaan dorgomu hojjatte galataa guddaa nubiraa qabda Isku Adam Harun galatoomi.
Mee yaa Oromoo mucaa kana jabeeyfadhaa.
Waan isinitti dhagahame ibsadhaa.
👇🏽

Isku Adam Harun - Ni Bareedda | New Oromo Music 2026 (Official Vide...

Nagayaan nuuf khoottu🎞️ Isku Adam Harun Nutiis YouTube kee subscribe goonee, konsartii tee tan Kaanaadaa san daawwachaa ...
26/06/2026

Nagayaan nuuf khoottu🎞️ Isku Adam Harun
Nutiis YouTube kee subscribe goonee, konsartii tee tan Kaanaadaa san daawwachaa abdii guddaan si’eegaa jirra.

26/06/2026
02/06/2026

Sagalee haa taanuuf

An filadheetin jira. Waggoota shanan as deemu kana yaadama hegeree biyya tiyyaa fi hawaasa kiyya fuulduratti oofa ja’ee ...
01/06/2026

An filadheetin jira. Waggoota shanan as deemu kana yaadama hegeree biyya tiyyaa fi hawaasa kiyya fuulduratti oofa ja’ee amanu dirqamaan alatti fedhii tiyyaan, Sagalee mirgi Lammummaa naaf kanneen mallattoo paartii tiyyaatiif akeeka kannuudhaan dirqama kiyya bahadheetin jira.

Address

Minneapolis
Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aamir Show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Aamir Show:

Shortcuts

Share