Dabboo Bulaa Warra Booraa

Dabboo Bulaa Warra Booraa Afaan Kee Dubbadhu, Sirrittis Qoradhu.

Baga Ayyaana Irreechaa 2017 nagaan geessan! Kan milkii haa ta'u!
04/10/2024

Baga Ayyaana Irreechaa 2017 nagaan geessan! Kan milkii haa ta'u!

 👍 👞🥰🥰🥰
08/08/2023

👍 👞🥰🥰🥰

👍 👞🥰🥰🥰
04/08/2023

👍 👞🥰🥰🥰

"Korma dhugaan boorratu, biyyeen ija hin buutu"
27/06/2023

"Korma dhugaan boorratu, biyyeen ija hin buutu"

Bakka mortuu maqaan isheetuu hin tolle, hayyoota nu jalaa fixxe😭
20/05/2023

Gadda onnee nama cabsu!😭
=====================
🛞Balaa konkolaataa qaqqabeen barsiisota gameeyyii Yuunibarsitii 18 ol hanga ammaatti lubbuu isaanii dhaban.

🖌️Barsiisonni muuxannoo olaanaa qaban 15 Yuunivarsiitii Madda Walabuu magaalaa Roobeetti argamu irraa gara mooraa Dodolanaa fi Adaabaatti barsiisuuf osoo deemaa jiranii balaa konkolaataa mudateen lubbuu isaanii dhabaniiru.

🖍️Namoonni 50 otobusiitiin imalaa kan turan yoo ta'u, namoota lubbuu isaanii dhabaniin alattis namoonni 20 haalaan miidhamanii gara Hospitaala Roobeena Shaasheemeetti ergamaniiru.

🖊️Barsiisonni barattoota kutaa hojii daldalaa fi dinagdee, ispoortii, fayyaa fi qonnaa barattoota fageenya irraa baratan barsiisuuf deemsarra akka turan Itti gaafatamaan Dhimma Barattootaa fi Barsiisotaa Yuunivarsiitichaa Dr. Lataan himaniiru.

🚎 Konkolaataan geejjiba uummataa kun kan kufe bakka Sabsibee waashaa jedhamutti yoo tahu, yeroo baayyee bakka kanatti balaan akkasii kan mudatu tahu beekamadha.

🚑 Bakka balaan kun itti dhaqqabetti kan argaman Dr. Lataan itti dabaluudhaan konkolaataan kun akka hin kahiin jiruufi reeffa namoota hafanii baasuuf kireeniin barbaadamaa akka jiru ibsaniiru.
Via:- Gammadaa

Gadda onnee nama cabsu!😭=====================🛞Balaa konkolaataa qaqqabeen barsiisota gameeyyii Yuunibarsitii   18 ol han...
20/05/2023

Gadda onnee nama cabsu!😭
=====================
🛞Balaa konkolaataa qaqqabeen barsiisota gameeyyii Yuunibarsitii 18 ol hanga ammaatti lubbuu isaanii dhaban.

🖌️Barsiisonni muuxannoo olaanaa qaban 15 Yuunivarsiitii Madda Walabuu magaalaa Roobeetti argamu irraa gara mooraa Dodolanaa fi Adaabaatti barsiisuuf osoo deemaa jiranii balaa konkolaataa mudateen lubbuu isaanii dhabaniiru.

🖍️Namoonni 50 otobusiitiin imalaa kan turan yoo ta'u, namoota lubbuu isaanii dhabaniin alattis namoonni 20 haalaan miidhamanii gara Hospitaala Roobeena Shaasheemeetti ergamaniiru.

🖊️Barsiisonni barattoota kutaa hojii daldalaa fi dinagdee, ispoortii, fayyaa fi qonnaa barattoota fageenya irraa baratan barsiisuuf deemsarra akka turan Itti gaafatamaan Dhimma Barattootaa fi Barsiisotaa Yuunivarsiitichaa Dr. Lataan himaniiru.

🚎 Konkolaataan geejjiba uummataa kun kan kufe bakka Sabsibee waashaa jedhamutti yoo tahu, yeroo baayyee bakka kanatti balaan akkasii kan mudatu tahu beekamadha.

🚑 Bakka balaan kun itti dhaqqabetti kan argaman Dr. Lataan itti dabaluudhaan konkolaataan kun akka hin kahiin jiruufi reeffa namoota hafanii baasuuf kireeniin barbaadamaa akka jiru ibsaniiru.
Via:- Gammadaa

Magaalaa Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa!Magaala bu'uura diinagdee taate Mojoo fi Adaamaa gidduutti ijaarsisuuf dizaayiniin...
19/05/2023

Magaalaa Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa!
Magaala bu'uura diinagdee taate Mojoo fi Adaamaa gidduutti ijaarsisuuf dizaayiniin isaa ka'eedha.

Eeyyen dhugaadha, awwaalamuu dide hiddi isaa cimaadha.💪
22/10/2022

Eeyyen dhugaadha, awwaalamuu dide hiddi isaa cimaadha.💪

Awwaalamuu didee hiddi isaa cimaadhaa.... Afaanii afaan Oromoodha.
Afaan Oromoo bu'aa bahii heddu keessa darbee Ameerikaatti barsiifamuu eegalee jira!!!!
Salphaatti as hin gahamne!!!

Address

Booraa
Nazareth
12

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dabboo Bulaa Warra Booraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share