Tariku Itafa

Tariku Itafa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tariku Itafa, Business service, Nekemte, Nazareth.

seenaa rirmi hin nyaatu!
23/04/2026

seenaa rirmi hin nyaatu!

15/03/2026

Baga gammadde
congrattulations
Mo'ii

07/04/2023

Baay’ee nama dhiba!

Abbootiin amantaa Ortoodoksii, warri uummanni keenya akka galaanaatti yaa’ee simate, har’a mana hidhaatti darbatamanii jiru!

Seenaa Oromoo keessatti jara waliin araaramuu wanti jedhamu tasa milkaa’ee hin beeku. Araarri waan qaban galmaan ga’uu caalu hin jiru! Gaafa kaayyoo kee galmaan geessu wanti irratti si lolanuu hin jiraatu!

Garuu jara kana Buraayyuutti kan hidhe eenyu? Bahirdaar irraa dhufanii hidhan akka naan hin jenne!

Hanga yoomiitti orma garaa gahuuf guddaa keenya salphisnaa? Hanga yoomiitti gaaddidduu alagaa jala naannofnaa?

!

18/02/2023

Guyyaa gaariin
guyyaa hamaa
booda dhufa
dukkana booda ifa

Address

Nekemte
Nazareth

Telephone

+251917484373

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tariku Itafa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share