Falmata Imana

Falmata Imana Bu sarvus

22/03/2024

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Ahmad Abdallaa, Insha'allah Ni Milkoofna

30/05/2023

Waan waaqayyo kennaa godhee siifkenne yoo kunuuffatte abbaan barbaade yoo wace hin raafamtu Oromooko !!!

15/12/2022

Gali
Manaa akkoonkee si eeddii gali
Gali
Maaloo aati manaakee si eegdii gali
Gali
Bakkeekeessa deemtee injoonja'inii gali
Gali
Mi sidhiitaa gali
Gali
Sidhiitee kufee sit nakuffise jedhaa gali
Gali
Maaloo maqaatu sibadaa galii
Gali
Cubbuu haadha manaakeetu siqabaa gali
Gali

13/12/2022

Tokkummaa dhabuun yartuuf garba nama gooti tokkummaa cimsi yoo bilisoomuu barbaadde

Lammiin Gamtoome wanti inni gochuu dadhabu hinjiru kataaba Lammii Gamtoome barreessaa Lammi mangistuun kanbarraa'e yeroo...
08/03/2021

Lammiin Gamtoome wanti inni gochuu dadhabu hinjiru kataaba Lammii Gamtoome barreessaa Lammi mangistuun kanbarraa'e yeroo dhiyootti isin qaqqaba kitaaba ergaa jabduu ofkeessaa qabduudha qophiin eeggadhaa

16/01/2021

Amman kaayyookoo galmaan ga'utti deemsakoo gonkumaa gargar hin kutu

29/12/2020

Kaayyookee galmaan ga'uu yoo barbaadde akka sareen sitti dutteen dhaabattee dhagaa itti hinguurin ..

Address

East Wollega
Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Falmata Imana posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Falmata Imana:

Shortcuts

Share