11/08/2022
Taajjabbii Kooti!!!!
Diinagdeeratti Waan Hojachuu Qabnu Hojachuu Dhiifnee Boohuu Qofti Nu Hin Baasu Yaa Saba.
Caalbaasii Manaan Daldalaa M. Finfinee Baase Irratti Hirmaadhee Ture.
Saayitii Har'a Baname Boolee Bulbulaa fi Bulbulaa 2 Maneen 81 Irratti Akka Sabati Ammallee Waan Damaqne Natti Hin Fakkaatu.
Diinagdeeratti Yoo Hin Damaqin Teena Sanuma Taatii Beekaa.