Awol Hussen Feko

Awol Hussen Feko Haqni ni Qal'atti malee hin Cittu!

16/06/2024

Baga Iidal Adhaa Geessa !

31/05/2023

Kufuuf Waan Si Kuffisu Simatu Eegala!

23/04/2023

EID-MUBARAK!

06/03/2023

BAALEEN SHIIRRI QABEENYA UUMAMAA ISHEE SAAMUUF BAASAN, SEENAA FI DUUDHAA ISHEES AKKA SAAMAMUUF BALBALA BANE!

BAALE TOOFTAA QABEENYA ISAA SAAMUUF BAHE CAALAA KAN OBSA HIN QABNEEF SEENAA FI DUUDHAA ISAA SAAMAMEEFI!

QABEENYI BAALEE OROMOO BIRA DABREE KAN ITOOPHIYAA FI ADDUNYAA MARAATI! SEENAAN BAALEE K**A ILMAAN ARSEETI; KUTAA BIROOTIIN DHAALAMUUS TAHEE SAAMAMUUN HIN TAATU!

QABEENYI KEENYUMA HUNDAA, SEENAA NU HIN SAAMINA!

HANGAFAS TAATU HANDHUURAA QUXISUU DABARSANII HIN LAATANIIF! LAFAA FI JAARTIIN TAN ABBAA HANDHUURFATEETI; TAN QUXISUU HANGAFAAF, TAN HANGAFAA QUXISUUF DABARSANII HIN LAATAN!!

HAYXI HAA MOOTU!!!

01/03/2023

Baaleen Madda-Walaabuu irraa kutan moo, Madda-Walaabuu Baaleen irraa kutan?
******
Baaleen irraa Mataa Muranii Baaleen ni jirtiif Abjootan hin jirtu!

Ammas irra Deebinee Qaamni Lafa Hambaa Seenaa taate Madda-Walaabuu Baaleen irraa kutee Seenaa Baalee Awwaaluu barbaadu kun dhaabbatee uf laaluu qabaan dhaamsa keenya!

Address

Bale Town
Robe
AWEX

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Awol Hussen Feko posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share