Fageessanii tilmaamuu

Fageessanii tilmaamuu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fageessanii tilmaamuu, Business service, Finfinne, Sebeta.

14/04/2020

Rabbi Fayyaa fi Imaana nuuf haa kennuu.

20/02/2020

Ruumiyaa irraa bareeddaa (sirraa bareeda) akkam?

18/01/2020

Yaa Lammii koo waan naaf hin galin kan akka naaf galu fedhu nagaa fi tasgabbii biyya keenyaa kan dhiigaa fi Lafee obbolaa keenyaa itti dhabneef yaadannoo akkamii akka nubarbaachisuu fi gahee keenya akkamiin bahaa kan jirru hojiin deebisuuf maal tahuu qaba.Maraataa beekkame Caalaa kan fayyaa maraataan man nama rakkaisu hoo beektuu ? Gaheen tokko tokkoo keenyaa maal tahuu akka qabu fi kan duvbannu Caalaa kan hojiitti hiikne meeqaa kan jedhu anaaf gaafiidhaa isin hoo ?

23/10/2019

Yeroo hiriirri taasifamutti yaadaa fi kaayoo hiriira kanaa sirritti sagalee tokkoon dubbachuu fi fiigicha malee deemsa gochuu qabnaa.

Address

Finfinne
Sebeta

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fageessanii tilmaamuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share