Instructors research group

Instructors research group Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Instructors research group, Business service, Shashemene.

11/03/2026

KA JANAJANU KA BIRA
KA SALAACHISU KA BIRA
KA SA....... KA BIRAA
TUNI NUUN HIN MALTU JEDHE BARISOO GISHIRAA πŸ€£πŸ€£πŸ€£πŸ™„

mammaksaa hin tuffaatina locally taate malee πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ€£

10/03/2026

FB Irraa download gootee mataan waliin si hin dhukkubin obboleessoo. isiin tee qofaa mitii. siduraas nama hedduu download godhatee ,ammas sicinatti ka download godhe hin dhabamuu. bitaa mirga kee laalladhu warqii ofi cinattii dhiiftee DIRTY barbaadutti yeroo kee hin gubiin 😏😏😏

05/03/2026
05/03/2026

sagal jijjirree, sagaltama jijjirramuuf hin dhalannee 😍

04/03/2026

Yaa Rabbii sidhabe, ka ofis dhaberraa nu hin taasisin πŸ˜ͺπŸ˜ͺ

ilma namaa waan dubbatee fi waan uffatee irraa fokkisaa jedha oromooπŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸƒπŸ’¨ ቻው ቻው
25/02/2026

ilma namaa waan dubbatee fi waan uffatee irraa fokkisaa jedha oromooπŸ€”πŸ€”πŸ€”

πŸƒπŸ’¨ ቻው ቻው

23/02/2026

Bakka feete ,Akka feete!

23/02/2026

garramummaan gowwummaa miti. kan dabree yaadachuun har'a irraanfachuu miti. Namni gatii nama hin beekne gatii hin qabu. jibbamuu walallee osoo hin taane, akkamiin akka nama jibbantuu nuuf hin galiin. Harreen mi'aa dammaa hin beeytu yoomiyyuu

23/02/2026

Dhugaadha.

23/02/2026

Nama tokko baay'ee yaaddanii yoo yaadan gubattan maal gootu 😭😭

12/09/2025

DURRIS TA'EE HAR'A JAALALLI FAAYIDAN HIN BITAMU , HIN GURGURAMUSI.

11/09/2025

Dammaa 😒😒😒πŸ˜ͺ

Address

Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Instructors research group posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Instructors research group:

Share