Iisaa feyyisa

Iisaa feyyisa JIRA Oolee barii. Arguuf

Nuuf barbaadaIyyaafannoo Akkumaa Gubba irratti Ibsamuuf YaalamettiMucaatti maqaan Ishee  Masaratii Badhasoo SalfiiJedham...
29/09/2025

Nuuf barbaada
Iyyaafannoo

Akkumaa Gubba irratti Ibsamuuf Yaalametti
Mucaatti maqaan Ishee Masaratii Badhasoo Salfii
Jedhamtuu Umriin Ishee 10 kan Taatee Biftii Ishee Diimtuu Uffaannaan Ishee Shamzii Handhuraa Olii bulee handhuraa Gadii Adii. Gurdiin Guraachaa
Adii Adii qabuu Iskarbiin Boraa Uffaatee Gaafaa Guyyaa 4/01/2018ti magaalaa shashamanne Aanaa Aleeluu Goxii Odaa Roobaa irraa Galgalaa keessaa Sa'aa 12:00 irratti mana baatee hangaa Ammaa manatti kan hin Deebinee waan taa'eef Namni Argitaan Lakk Bilbila
0956025296
0910696348
0935932986. Irratti akkaa Eruu Nuuf kennitaan Jechaa Eruu kana Namni nuuf kennee Argamee waan Dadhabbii keessanii kan kafaluun taa'a

Nagaya wajjiin

28/09/2025

Waliin BBC News Afaan Oromoo – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 9f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

03/05/2025

Waliin BBC News Afaan Oromoo – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 3f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

13/12/2024

Hin gabbuu

17/11/2024

Address

Oromia
Shashemene
ESA

Telephone

+251936469678

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Iisaa feyyisa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share