ORO APP

ORO APP 𝕄𝔸𝕃𝕃𝔸𝕋𝕋𝕆𝕆𝕃𝔼 𝔹𝔸ℝ𝔸 π•π•Œπ•„π•Œβ„π”Έπ”Έ

27/10/2025

FAARUU LAPHEE NAMA CABSU
--------------------------
Fayyistuu Hewaan kottu Maariyaamii
Firii Hannaa kan Iyyaaqemii
Eebbifamtuu gugee koo garraamii
Si jaalannaa ijoolleen Addaamii

Baattuu ibsaa ifni sirraa argamee
Abbaan Ifreem si'in eebbifamee
Haadha Gooftaa kottu mee gara koo
Abdii dhugaa furtuu dhiphina koo

Innaa at deessee buddeena jireenyaa
Dawaa Dhugaa Fayyisaa Addunyaa
Haadha Kennaa garaa laafeetti koo
Sin dagadhu haadha gaafa rakkoo

Kan si ganan silas badaniiruu
Kennaa Gooftaa kootii hin jijjiiru
Rakkina koo sittan irraanfadhaa
Gaddisa koo mana keen boqadhaa

Yaa Maariyaam kennaan kan kee addaa
Filatamtuu Giiftii Haadha waadaa
Hin caldhisin Dubroo waa’ee keenyaa
Kadhannaa keen mirga ilma kee teenya

16/06/2025

==================================================================
Maqaa Abbaa llmaa Afuura Qulqulluu waaqa tokko Amen !

πŸ”œ Du'aa hin sodaatiin cubbuu sodaadhuu malee



πŸ”œBareedina fi simboo ummamtootni qabanirra kan ka'ee uumman ni beekama



πŸ”œwanta lama hin godhiin carraan wanta hamaadhaa boo'icha,gadda,ilkaan qaruu waan ta'eef



πŸ”œsagaleen waaqayyoo haroomsa lubbutii yoo guddinaa barbaadee sagalee waaqayyoo akka Daa'imma xiqqoo hodhuu.

qabda.

πŸ”œAni cuubbaadha jechuu qofti kasoomina qabaachuu nama hin taasisu kasoominni hojii gaarii hojjachuudha.



πŸ”œDiina kee karaa ati ittin dhabamsisuu dandeessu ,hiriiyaa isaa godhattee isa jijjiruudha



πŸ”œlolli kan bineesa bosonati.kanaaf lola irraa fagaadhu.



πŸ”œinaafa fi jal'ina caala kan nama gaddisisuu hin jiruu waan ta'eef namoota qajeeloo irraatti hin inaafiin.



πŸ”œ Hiriiyummaa baayistee waaqayyof yeroo hin dhabiin.



πŸ”œAduunya kana irratti hojii rawwataman hundumaa kan dursu amanta fi abdidha.



πŸ”œ hojii hamminaa yeroo hojjennuti yeroo hundumma seexana irraa dhalanna .Hojii gaarii yeroo hojjanuu immoo yeroo hundumaa waaqayyo irraa dhalanna



πŸ”œlaphee Qulqulluun bifa waaqayyon kan mallatteefamteedha.



πŸ”œNamoota kiristanummadhan ga'oodha jedhaman wantoota 4tu ga'oo isaan jechisisa
1πŸ”œ
2πŸ”œ gaarii qabachuu
3πŸ”œ
4πŸ”œ foon isaanii mo'achuu isaaniti.



πŸ”œnamni waan hamaa arraba isaatin dubbatu xalayyaa Du'aa uumaa isaa duraa dhaabbatee dubbisa .

Address

Tejo

Telephone

+251901866277

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ORO APP posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ORO APP:

Share