Oromo Global Media

Oromo Global Media News about our country

18/05/2021

Sheikh Amiiin ibro Gorsaa Adda dhagefadha walif share godhuun dirqamaa

20/04/2021

Nashidaa Afaan oromo haraya 2021

ALLAHU AKBER....الله أكبر  Mucaan kun Mataa dhiiraati. Qeerroo fakkeenya guddaa tahuu dha. Dhihoo tana haqa namaa Birrii...
02/03/2021

ALLAHU AKBER....الله أكبر
Mucaan kun Mataa dhiiraati. Qeerroo fakkeenya guddaa tahuu dha. Dhihoo tana haqa namaa Birrii 300,000 (kuma 300) Baajaaj isaa keessatti agaree, Abbaaf deebise. Arra konkolaataa fi mana badhaafameera.

Taateen kun kan tahe, magaalaa Jigjigaatti. Guyyaa arraa, bakka Perisdaantiin mootummaa naannoo Soomaalee argamutti badhaasa isaa fudhateera.

من ترك شيئا لله عوضه الله خيرا منه!
Ergama rabbii S.A.W akkana ja'an "Nama Rabbiif jacha waan takka dhiise, Rabbiin waan sanirra caalu bakka isaaf buusa"
من عمل صالحا فلنفسه
"Namni toltu hojjate lubbuma isaatifi"

Rizqii haraam isinirraa qabee, Rizqii halaal Rabbi isin haa razzaqu!

Furtuu khaznaa isaa Rabbi isiniif haa kennu!

Bakka deemtan maratti Rizqiin halaal isin afaan haa dhuftu!

Oduu AmmeeHidhamtoonni Siyaasaa Oromoo galmee Obbo Jawaar Mahaammad jalatti himataman har'a Mana Murtitti dhihaachuu mad...
01/03/2021

Oduu Ammee
Hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo galmee Obbo Jawaar Mahaammad jalatti himataman har'a Mana Murtitti dhihaachuu maddeen OMNtti himan.

Jawaar Mahaammad faa har'a mana murtitti kan dhihaatan erga lagannaa nyaataa eegalanii guyyaa 33 booda wayta ta'u haalli fayyaa isaanii sadarkaa sodaachisaa fi yaachisaa irra yeroo gahee ta'uun beekamaadha.

Oolmaa Mana Murtii har'aa hordofnee yeroo gabaabaa booda isinii dhiheessina.

Jireenya keessatti Namoonni bakka kana keessa dabarfatan har'a ummata bakka kana jiraniif yaadaa jiraatu Akkas taanaan n...
01/03/2021

Jireenya keessatti Namoonni bakka kana keessa dabarfatan har'a ummata bakka kana jiraniif yaadaa jiraatu
Akkas taanaan namni kaleessa ofii yaadatu boruufis waa yaadaa jiraata.
Nama kaleessa yaadatu boruuf waayaadu Rabbi nuhaa taasisu
Amiiin

Jawar Mohamed ati sila galaanii kee waa kana hin turee??????????
01/03/2021

Jawar Mohamed ati sila galaanii kee waa kana hin turee??????????

20/08/2020

Help our country
Help our people

15/08/2020

Qerro fi Qarree jirtuu? Jirraa jadhaa ijole hin calisiina

Qerro fi Qarree jirtuu? Ethiopian Oromo fi Oromiyaf hin tanee ni jiratii?Hayyotaa oromo Ajesaaa fi Hidhaa biyyi tuni biy...
15/08/2020

Qerro fi Qarree jirtuu? Ethiopian Oromo fi Oromiyaf hin tanee ni jiratii?
Hayyotaa oromo Ajesaaa fi Hidhaa biyyi tuni biyya ni tatii?
Kaii Qerro fi Qarre bakka jirtuu

26/04/2020

Oromiya Media Network

Address

Sard Street
Nairobi
689559

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo Global Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share