Jaabir Zeenu

Jaabir Zeenu jaabir

WOKIILIIN KEENYAA SUMA QOFA
10/02/2022

WOKIILIIN KEENYAA SUMA QOFA

29/01/2021

Noruu nooruu
lagnikun booruu booruu
oromoondilbii dilbii
nyaanni kun cumbii cumbii
daattu yaa laga nooraa
ammasdaattuu lagaa
woi yaa lagabbaabooraa
jimmaa yaa laga gibe
yaa lagaguddaa guddaa
yaa oomishtuu waa hundaa
wayyoo laga awaashi
siinanminaan facaasa
atisbiyoo mee baasii
atis laga finca
oomishaafis sitta'aa
atislaga mogorii
oliif gadi goggorii
ati lagagannaalee
osoon dhufee silaalee
yalaga gabbaa gabbaa
keessikee worqii qabaa

28/11/2020

Dirama afaan amaaraa hiika guddaa of keessaa qabu kana daawwadha sher waliif godhaa

25/11/2020

Address

Saudian
Jeddah

Telephone

+966596719784

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jaabir Zeenu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share