WBO gaara balakkaa

𝑾𝑨𝑹𝑹𝑨 𝑹𝑬𝑬𝑭𝑭𝑨 𝑭𝑰𝑹𝑨𝑨𝑮𝒂𝒂𝒇𝒂 𝒂𝒕𝒊 𝒅𝒉𝒆𝒆𝒃𝒃𝒐𝒕𝒕𝒆𝒀𝒐𝒐𝒎 𝒃𝒊𝒔𝒉𝒂𝒂𝒏 𝒔𝒊 𝒐𝒃𝒂𝒂𝒔𝒆𝒆?𝑮𝒂𝒂𝒇𝒂 𝒃𝒆𝒆𝒍𝒍𝒊 𝒔𝒊 𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏𝒆𝒀𝒐𝒐𝒎𝒂𝒏 𝒃𝒆𝒆𝒍𝒂 𝒔𝒊 𝒃𝒂𝒂𝒔𝒆𝒆?         𝑯𝒂𝒓'...
19/10/2023

𝑾𝑨𝑹𝑹𝑨 𝑹𝑬𝑬𝑭𝑭𝑨 𝑭𝑰𝑹𝑨𝑨

𝑮𝒂𝒂𝒇𝒂 𝒂𝒕𝒊 𝒅𝒉𝒆𝒆𝒃𝒃𝒐𝒕𝒕𝒆
𝒀𝒐𝒐𝒎 𝒃𝒊𝒔𝒉𝒂𝒂𝒏 𝒔𝒊 𝒐𝒃𝒂𝒂𝒔𝒆𝒆?
𝑮𝒂𝒂𝒇𝒂 𝒃𝒆𝒆𝒍𝒍𝒊 𝒔𝒊 𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏𝒆
𝒀𝒐𝒐𝒎𝒂𝒏 𝒃𝒆𝒆𝒍𝒂 𝒔𝒊 𝒃𝒂𝒂𝒔𝒆𝒆?
𝑯𝒂𝒓'𝒂 𝒎𝒂𝒒𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒕𝒊𝒊𝒏
𝑯𝒆𝒅𝒅𝒖𝒖 𝒚𝒐𝒐𝒏 𝒅𝒖𝒃𝒃𝒂𝒅𝒉𝒆
𝑺𝒊𝒏 𝒎𝒂𝒅𝒂𝒂𝒍𝒖, 𝒔𝒊𝒏 𝒇𝒂𝒚𝒚𝒂𝒅𝒖
𝑱𝒆𝒅𝒉𝒆𝒆𝒏 𝒐𝒇 𝒕𝒖𝒇𝒇𝒂𝒅𝒉𝒆.
𝑺𝒖𝒖𝒓𝒂𝒂𝒌𝒆𝒆 𝒉𝒊𝒏 𝒏𝒂𝒂𝒏𝒏𝒆𝒔𝒔𝒖
𝑶𝒍𝒊𝒊 𝒇𝒊 𝒈𝒂𝒅𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒖𝒓𝒈𝒖𝒇𝒆𝒆
𝑫𝒉𝒊𝒊𝒓𝒂𝒂𝒏 𝒅𝒖'𝒆 𝒉𝒊𝒏 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒂𝒎𝒖
𝑲𝒂𝒏 𝒈𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒕𝒂'𝒆𝒆 𝒌𝒖𝒇𝒆!!!

𝒃𝒆𝒆𝒍𝒐𝒇𝒕𝒆𝒎𝒐𝒐 𝒏𝒊𝒊𝒅𝒉𝒆𝒆𝒃𝒐𝒕𝒕𝒆
𝑱𝒆𝒕𝒕𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒀𝒐𝒐𝑴 𝒈𝒂𝒂𝒇𝒂𝒕𝒕𝒂𝒏𝒊𝒊
𝑰𝒋𝒂𝒂𝒏 𝒊𝒎𝒊𝒎𝒎𝒂𝒂𝒏 𝒈𝒐𝒈𝒈𝒂𝒂
𝑾𝒂𝒓𝒓𝒊 𝒂𝒓’𝒂 𝒃𝒐𝒐𝒔𝒔𝒂𝒏𝒊𝒊

𝑾𝒂𝒓𝒓𝒊 𝑹𝑬𝑬𝑭𝑭𝑨 𝒇𝒊𝒓𝒂𝒂
𝑱𝒊𝒓𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒂𝒈𝒂𝒕𝒂𝒏𝒊𝒊
𝑭𝒊𝒓𝒐𝒐𝒎𝒂 𝒊𝒓𝒓𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂
𝑴𝒂𝒂𝒍 𝒒𝒂𝒃𝒂 𝒚𝒐𝒐 𝒅𝒉𝒊𝒊𝒔𝒕𝒂𝒏𝒊𝒊

Oduu ammee=======≥===Warannii speshaal komandoo abiyyii faransayif  fidee   guyyaa2keysattii qabnaa jechuun dhadataa dhu...
23/01/2020

Oduu ammee
=======≥===
Warannii speshaal komandoo abiyyii faransayif fidee guyyaa2keysattii qabnaa jechuun dhadataa dhufaan galgaa kanaa sa'atii 12:00 To'anoo wbo jalaa olaniruu mashalee gurguddaan earanichaas to'anoo jalmarroo jalaa olaniruu waranii faransaayii 14fi itopiyaa 34dhumuun gabafamee Maddi oduu jalmarroo ummata oromoo 💪💪💪💪💪💪💪

21/01/2020

Akkaassittii jirraa kunoo jallattuus jibbiituus ergaa ciraa jollee abiot xumurree irftiif boqachatumaa isin wajjiin jirraa nutiis.

Qaama dhimmi ilallatu hundaaf -------------------------------------------------------Gafa guyyaan 11,05,2012 jechuun guy...
21/01/2020

Qaama dhimmi ilallatu hundaaf
-------------------------------------------------------
Gafa guyyaan 11,05,2012 jechuun guyyaa kibxaataa dhiimmaa dangaa bukkoo fi balakkaa gidduuttii rakkoon jirachuun niyaadatamaa. Akkumaa armaan olittii mataa dureen tuqamuuf yalamettii warroonnii laftii isanii dangaarraattii argaman gibiraa akkaa bukkottii kafaltaan jechuun ummaatattii labsuun niyadatamaa. Ummaanniis nutii ergaa biyyaa kanattii gallee waggaa 14 akkaamittii kun nurraattii rawwaatamaa jechuudhaan Kara nagayatiin gaffii gafannaan qaxarodhaan deddebisuun hammaa arraattii wantii nuti furmataa argannee hin jiruu jedhaan hawasnii gandaa balakkaa. Kessumayyuu kan gaffii nuttii tahee jiraa jedhuu hawasnii gandichaa malii Jennee gafannaan Akkas jedhaan. Kan ofii hasawaan malee nutii yoo gafannuu calliisaa jechuun hawasaa wattakkaa hin beynee dorsisaa turuun keysaan niyadataamaa Abbaan halaangaa anichaa. Inimayyuu akkaa sabaabirattii nulaluu jedhaan hawasnii gandiichaa maliif kun tahee Jennee gaffaan Calliisii jasbaa jechuun hawaasa dorsisaa turun niyadaatamaa Akkasumaas osoo hawasnii gafii qabnaa jedhee isanittii hawasnii iyyuu abbaan alangaa nu dhisee demee jedhaan hawasnii maliif akkaa sabaa birattii lalaamnaa jadhaan hawasnii. Akkaasumaas bulchaan gandaa balakkaa obboo umar Aliyyiitis achii jirachuu dhagenyee jirraa yeroo obboo umar gaffii gafataan calliisii umar atii kun sillaallatu jechuun nutuu kasilallatu sigafannaa jedheen jedhaa abbaan allangaa maljechuudhaa kun hawasaa humaan beynee akkaa barbannee gonaa jechuu nattii fakkaata kunis gaffii .1,oliyyaannoo nukennaa nudabarsaa jennaan Abbaan alangaa yoom asittuu falmitetii dabartaa jechuun ummaata dorsisaa turuun kee niyadatamaa

2,wajiraa bulchinsaa demnaniis watokkoo maliif furmataa dhaabee gaaffiin hawasaa kenyaa
Dhimmii kun dafee furmaata argachuu bannaan rakkootu umamaa jedhuu qerroon balakkaa. Akkaasumaas gafaa jalqabaa Wa'ee dangaa Kanaaf balakkadhufaan dhadannoo abbaan alangaa bulchatti dhadatee dhagenye j

Wa'ee bilxiginaa Kansa afan isanii wallaallee mal wayyaa kunoo badii tokkoo malee hojirraa ariamaa jiraa oromonnii gatii...
19/01/2020

Wa'ee bilxiginaa Kansa afan isanii wallaallee mal wayyaa kunoo badii tokkoo malee hojirraa ariamaa jiraa oromonnii gatii isanii wajjiin kijibuu dinnan. Gatii sabaa ganuu didaniif

18/01/2020

Marroo Dirribaa: "Akkuma kanaan dura Koloneel Gammachuu Ayyaanaafi Jaal Daawud Ibsaa dubbataa turan bilisummaa Oromoo irratti qaama nu tumsu hunda waliin hojjechuu dandeenya.

Kun mirga keenyadha. Maaliif seexana hin tahiin, Oromoo bilisoomsuu danda'a taanaan waliin hojjechuu dandeenya,'' jedha Marroon.

Haata'u malee, dhimma TPLF ilaaluun, "Godaannisa bara dheeraa waan qabnuuf gonkumaa TPLF waliin hojjachuu hin dandeenyu," jedhe..

Sababii isaa wayita tarreessuus, godaannisa bara dheeraa kan akka gudeedamuu shammarran keenyaa, miillaafi harka dhabuu qabsaa'otaa akkasumas jaalleewwan qabsoo du'aniifi jiraataniifi du'aniin isaanii hin bekamne isaan biraa qabna.

Kanatu akka ilmaan Tigiraay waliin hin hojjenne nu dhorka jechuun, ''Ani kaniin jiru bunaafi bosona Oromiyaa keessa,'' jechuun deebise Marroon.
👇👇👇
https://bbc.in/2Nu3OJi

Oduu Ammee,,,,,,,,,=,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,Motummaan wayyanee fcbfi internetii qabudhaan wbo gara lixarraattii waranaa ...
06/01/2020

Oduu Ammee
,,,,,,,,,=,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,,
Motummaan wayyanee fcbfi internetii qabudhaan wbo gara lixarraattii waranaa lafoofi xiyyaara erguun dhagameraa dafatii share waliif godhaa walbiragaahaa hidhannoo keysaan cimsaa injifannoo Ummata oromo.

Address

Balakkaa Kebele
Riyadh
WWW.HHHT/FB.COM

Telephone

+251955632363

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WBO gaara balakkaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share