Muhyiddiin Arsichaa page

Muhyiddiin Arsichaa page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Muhyiddiin Arsichaa page, Business service, Istanbul.

29/05/2022
16/03/2022

"Manni Murtii Harree Itti Himatan Hin Jiru. Si'a Sadii Dhiitamee, Si'a Sadeenuu Dhiise"...β€Ό

🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁
πŸ“ŒAlbart Anistaayin jedhama. Namni kun hayyuu addunyaati. Biyya lafaa kanaaf bu'aa guddaa buusee darbe. Saayintistii beekamaadha. Gaaf tokko osoo inni miilaan magaalaa keessa deemu dargaggoonni isa arganii, ilaali Anistaayin jedhanii walitti agarsiisanii. Inumaa rukutuuf murteessan.

πŸ“ŒAkkuma waliif galaniin inni tokko fiigee dhaqee duubaan dhiite. Anistaayin ilaaleetuma callisee deeme. Xiqqoo yeroo inni achi deemu gurbaan kun ammas fiigee dhaqee dhiite. Anistaayin ilaaleetuma callisee imala isaa itti fufe. Erga inni xiqqoo achi fagaatee booda, gurbaadhumti sun fiigee dhaqqabee si'a sadaffaaf dhiite. Yeroo kanas Anistaayin ittuma dhiise.

πŸ“ŒNamoonni baay'een garuu Gocha kana arganii rifatan. Maaliif ofirraa hin dhoorgitu yookiin maaliif seeratti hin himanne? jedhaniin. Anistaayin ni deebiseef, namticha kana ofirraa dhoorkuuf yeroo isaa hin qabu. Ofirraa dhorka jedhee yoo wal'aansoo waliin qabe, bakka itti deemaa jiru yeroon karoorsetti hin gahu. Seeratti himachuuf ammoo, manni murtii Harree itti himatan hin jiru. Kan nama dhiitu Harreedha, jedheenii bira kutee deeme.

πŸ“ŒYartuu gita kee hin beekne hundaaf deebii hin kennin. Yaartuu hanga xumuraatti injifachuuf galma qabattee kaatee osoo hin sharafin milkeessii. Of dura tarkaanfadhu nama koo!

28/02/2022
28/02/2022

Gaaffii Dhimma passporti bafachu Wal qabate gafatnif Deebii gabaaba.
Lammii Itoophiyaa kan ta'e kamu Safaara deeme baafachuu ni danda'aa.
Fkn kan Xalabaa bade,kan bahaaran dhufees.Kanan dura Namooni passporti qabdanis sirreefachu ni dandeetu Copy duranii yoo qabatan ykn Harawaa baafachu ni dandeettu.

10/01/2022

πŸ‘

09/01/2022

Address

Istanbul
092412

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muhyiddiin Arsichaa page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share