10/25/2023
Nagaan Waaqayyoo Dachaa kittila isiinf haa baay'atu Saba waqayo
Sagantankenya Robi yero hunda
10am CTs
Aka DC tti 11 am aka Ethiopia tii galgala kesa sa’a 12 iraa egale Wa’e biya Kennya fi saba fi kadhanudha linki kana gadi tuqudhan wari computeran galtanimo password linki kenya gajalati bara’e jiru galchudhan senu dandesu Ebifama
https://us04web.zoom.us/j/9330682013?pwd=SW5ZOW1pbmVJcHRWSTlVd28xRDMwQT09
Metting ID 9330682013.
passcode. 8c6Uwj
Sabni koo warri dhuunfaa koo ta'an kun gad of deebisanii ana barbaaddatanii, karaa isaanii isa hamaa irraa deebi'anii, yoo na kann dhatan, ani waaqa irraa isaaniif nan dhaga'a, cubbuu isaanii isaaniif nan dhiisa, biyya isaaniis nan fayyisa.
2faa Mac Sena bara 7:14
Metting ID 9330682013.
passcode. 8c6Uwj
Zoom is the leader in modern enterprise video communications, with an easy, reliable cloud platform for video and audio conferencing, chat, and webinars across mobile, desktop, and room systems. Zoom Rooms is the original software-based conference room solution used around the world in board, confer...