Said Nasir

Said Nasir Oromo Muslims

02/21/2020
02/16/2020

Following

02/16/2020

Dr.Abiyyi Ahmed Ali

Jaalaalan Ummata isaf Halkanif guyya hojjacha juru

M/Minsteeraa Itoophiyaa Kabajamoo Dr.Abiy Ahimad lammiiwwan biyya keenyaa mana hidhaa biyya UAE keessatti dararamaa turan 135 hidhaadhaa baasuun fudhatanii har'a gara biyyaatti ni deebi'u.kun injifannoo olaanaa dha.

02/16/2020

Dhaabbatni miti- mootummaa hundee oromoo jedhamu dargaggoota godaansa irraa deebi'an deebisanii dhaabuuf Aanaa keenyatti hojii isaa itti fufee jira.

Gurraandhala8/2012,Godina jimmaa Aanaa saxxammaatti dhaabbatni miti -mootummaa hundee Oromoo dargaggoota godaansa irraa deebi'an deebisanii dhaabuuf horii bitee kennaa kan jiruudha.

dargaggoota tokkoof qarshii 33,000 kan eeyyamame yemmuu tahu guyyaa har'aa nama saddeetiif (8) baasii qarshii 264,000 horii 24 bituun kenneefi jira.kanales torban darbe nama 6 qarshii 198,000 tiin horii 18 bitee laatee jira.wolii gala qarshii 462,000 horii 42 bitee dargaggoota godaansa irra turaniif deebisee dhaabuuf qindoomina waajjira dhimma hojjataafi hawaasummaa akkasumas waajjira misooma beeyiladaa woliin tahuun hojichi eegalamee jira.

hojiin kun dhala hin qabu dargaggootuma gara badhaadhinaatti geessuu qofa

itti dhiyeenyaan hordoffiifi deeggarsa horii dargaggoota kana taasifamuun diinagdee dargaggoota keenyaa guddisuuf cimnee hojjachuun miidhaa godaansaan dhufu hunda dura dhaabbannee hambisuu qabna jechuun ergaa kan dabarsan itti gaafatamtuun waajjira dhimma hojjataafi hawaasummaa kan ta'an Aadde Sableworq Taammiruu ibsaniiru.

02/14/2020

Off Eggano
off eggano cimaa godhaa warii saudii keysaa jirtaan
Guyyaa 15f Hamlaa jirra keessatu lammilee iqaama kussusii qabdan kafiilan ala jirtan,kara deemtan hundatti off eggano godha socha'a

AS wr wb
02/12/2020

AS wr wb

Address

Goldens Bridge, NY

Opening Hours

Monday 9am - 5pm
Tuesday 9am - 5pm
Wednesday 9am - 5pm
Thursday 9am - 5pm
Friday 9am - 5pm

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Said Nasir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share