WBO Oromia

WBO Oromia ADDA Bilisummaa Oromo

31/08/2023
Why you can follow me
16/07/2023

Why you can follow me

Get the latest updates from Facebook Business

13/07/2023

Dubbiin oromoo biyya Ormaa bara kana akkuma ustaaz Raayyaanjedhe sani rakkachuuu rakkateeti biyyarraa baqata rakkinniis rakkate wajjiin dhaqe laata san fakkaatti

13/07/2023
06/07/2023

Rakkoon keessoo oromoo seeraafi heera Ganama kan oromoon qabduun furamaa rakkoon gabroomfataan abyisiniyaa oromottifiddee dhufte gamtoomaa fiwaltahinsa oromoo gidduttitokkomsani humneessuun fala argata kanaafkeessaaf Alaan tokkotahuunbarbaachisaadha

05/07/2023

Mallattoon ykn ulaagaan Saba gabroome Maal faajennee alaa eegne abjoochuu odoo hin taane akka wal irra hubannoo qabaniin wal dammaqsani gurmaahani odoo wal jala deema ni hamilee wal ijaaruun furmaata rakkoo ofi barbaaduuf akkaan karaa namaaf saaqxi

05/07/2023

Kan ammaarra kan boruuf odoo yaadamee riqichi oromoo ceesisu WBOdhuma bar kanaaf Arra kee barii kalee beeki jabeeffadhu fuuldura keetti akkuma jedhamu san

Address

Sanaa
ROOMEN

Opening Hours

09:00 - 17:00

Telephone

+967737567398

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WBO Oromia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share